1 Samuel 6:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Sanduqa Wold'aqisatiifi sanduqa akheekha d'ullatifi ka hantuta ka worqiini mid'aasani qabu kaanile woliini gaari gubba kayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbiitii fi fakii hantuutaa ka worqii irraa hojjatame fakii Iitaallee saaxinii keessa kaayanii gaari'itti fe'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa, fakkii hantuutaatii fi fakkii iitaa ta worqii irraa hujamane san garreettaa san irra keyane.