1 Samuel 6:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hawachi kaani kara Beth-Shemeshiti qajeele, ka ira ingore iti d'aabate. Mamaracha kara gula iti d'aabate duuba hayyooti Filisti shanani taani gula yaate, haga seera dira Beth-Shemeshitini baatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ooleen gara karaa Beetasaamisiin fiduun qajeelanii madhata'aa karaa qajeelanii deeman bita'aa fi mirgallee hin gorre; bulchoonni worra Filisxeemii isaan duubaan haga daangaa Beetasaamisii deema'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sa'ooleen sunille karaa irraa bita'aa fi midda adoo hin gorin madhataa gara Bet-Shemeshii deemane; bulchitooti Filisxeemotaalle haga meessaa Bet-Shemeshii isaan gula deemane.