1 Samuel 6:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Beth-Shemeshi ka dargaye bale keesa haamu jiru olmilate jennaani Sanduqa Wold'aqisa arge, aka male gammade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Beetasaamisii worri dhooqa keessatti qamadii haamatan ol jedhanii saanduuqa waada'aa arganii guddisanii gammadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san worri Bet-Shemeshii dhooqa keessatti qamadii haammatiisatti jiraniiyyu; isaan yennaa ol jedhanee ilaalane, Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa dhagganee guddoo gammadane.