1 Samuel 6:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Filisti d'ulla worqi shanani kaani AABBO Waaqa erge, aka akasiini gati daba worraa baasani; d'ulla suni shanani dira kana shaniti erge — Ashdodi, Gaza, Ashkeloni, Gathi, Ekroni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iinni worqi'ii ka worri Filisxeemii waan ciincaa yakkaatiif Rabbii dhiyeesse kanniin; takka Azaaxooniif takka Gaaza'aaf, takka Asqaloona'aaf, takka Geetiif,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Filisxeemoti fakkii iitaa shan ta worqii irraa hujamane, maqaa qachaa ifiitiin, takkaa marroo Ashidoodiitiif, takkaa marroo Gaaza'aatiif, takkaa marroo Ashiqaloniitiif, takkaa marroo Gaatiitiif, takkaa marroo Eqrooniitiif kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatu Mootii Waan Maraatiif ergane.