1 Samuel 6:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan worri Beth-Shemeshi nami torbatama Sanduqa Wold'aqisa keesa laaleefi AABBO Waaqi worra suni fit'e. Duuba biyyiti guddo boote waan AABBO Waaqi nama hagana gahu hobaaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan saanduuqa waadaa Rabbii keessa laalaniif namoota Beetasaamisii hin dhaye; banii keessaa namoota torbaatama ajjeese; Rabbi waan banii hedduu isaan jalaa ajjeeseef baniin hin booye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Bet-shemeshii Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa keessa waan ilaalaneef, inni namoota Bet-shemeshii keessaa nama torbaatama ijjeese; Mootiin Waan Maraa akka malee kolbaa waan fixeef, kolbaan bootte.