1 Samuel 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
biyyiti qaaloleefi worra wo himule yaamte waan jetteeni, Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa kana maani tolchina? Hojja nu fulla inni baheefiti galchine maanini woliini galchu malle?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Filisxeemii gadootaa fi worra mita hojjatu waamanii «Saanduuqa waadaa Rabbii maal haa goonu? Gara hulee isaa maali'iin deebifna? Mee nutti himaa'a» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Filisxeemoti hayyoota ifiitii fi worra moru waamanee, «Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan maraa maan goona? Addee isaatitti attam akka deebinnu mala nutti hima'a!» jedhane.