1 Samuel 6:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Beth-Shemeshi waan jed'e, Eenuti dandae AABBO Waaqa qulqullo akana dura eja? Nu esa isa ergina, aka inni nu biraa deemu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Beetasaamisii, «Rabbii Waaqa Woyyuu eentu afoo dhaabachuu danda'aa? Nu keessaa ka'ee bayee eentu deemuu danda'aa?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Bet-Shemeshii, «Mootii Waan Maraa, Waaqa Woyyicha kana dura eentu dhaabbatuu dande'a ree? Saanduqi Gondooro'oo kun asii ka'ee gara eennuu dhaqa ree?» jedhane.