1 Samuel 6:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nama worra Kiriath-Yearimuti ergani waan jed'ani, Worri Filisti yayu Sanduqa Wold'aqisa AABBO deebise. Koota, fud'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara namoota Qiriyaataarimiin keessa jiraatanii dhaamsa erganii worri Filisxeemii saanduuqa waadaa Rabbii waan deebisaniif dhaqa'aa fudhadhaa'a» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan gara worra Kiriiyat-Ya'ariimii namoota erganee, «Filisxeemoti Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa gara keenna deebisaneeran. Kowa'aa fudhadha'a» jedhane.