1 Samuel 6:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Hojja isani Sanduqa Wold'aqisa Waaqa Israeli galchitani duwa ingalchina, woini woliini galcha, aka akasiini gati daba keesani baaftani. Akanaani isani fayyitani, ammalle waan inni akana isani gaargalchefi barattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee saanduuqa waadaa Rabbii yoo fiddan ciincaa yakkaa dhiyeessitaniif malee duwwaa hin fidinaa'a; yoo san hin fayyitanii sababaa inni guddisee isin adabeefillee hin beettanii» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille, «Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqa Israa'elii yoo deebittane, kennansa sababa yakka'aatiif kennamu woliin deebisa'a malee duwwaa hin ergina'a. Achiin duuba isin hin fayyitan; innille maaf akka isin adabe hin beettan» jedhane.