1 Samuel 6:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha d'ullatifi ka hantuta, ka lafa teesani balleese, mid'aasa, ammalle Waaqa Israeli guddisa. Inni hegerii isanifi waaqa keesanifi lafa teesanile gaargalchu lakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fakii hantuuta hedduu ka biyya keessan haa balleessani'iif ergaman fakii iitaa kanniin hojjadha'aatii kennaa kanniin Waaqa Israa'eliitii kennu'uun ulfinna isaa kennaa'a; yoo waan kana gootan, maal laataa balaa isinii fi waaqa keessan tolfamaa lafa keessanillee ittiin balleessu isin irraa kaasaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fakkii iitaa, fakkii hantuuta biyya teessan balleessiisatti jiruulle huja'aatii, ulfinna Waaqa Israa'eliitiif kenna'a; inni adabbii san isin irraa, waaqa keessanii fi biyya teessan irraa hin kaasa fa te'a.