1 Samuel 6:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi gaari hareesafi hawicha looni lama, ka taka qaampara ira inkayini kurfeesa; gaariti hid'a, yabbiye d'oqobati jalaa galcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu gaarii harkifamuun qambaraa sa'oolee ameeyyi'iititti hidhaa'a; jabbilee fooya'aatii gara moona'aa deebisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf garreettaa haareyaa fi sa'oolee hoosifatanu lama ta waanjoon irra hin keyamin qopheessa'aatii garreettaa san itti hidha'a; jabbii isaanii ammoo gara manaa deebisa'a.