1 Samuel 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa fuud'a gaari suniti faha, ammalle Sanduqa toko d'ibi keesaa akheekha worqi ka isani maro gati daba keesaniti isaa baaftani keesa kaya. Duuba Sanduqa kana d'aatu Sanduqa Wold'aqisa kaya. Gaari suni karaati qajeelcha, galakisa, ha ufumaani deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbii san fuudha'aatii gaarii sanitti fe'aa'a; mi'a worqii irraa hojjatame ka waan ciincaa yakkaatiif dhiyeessitan saaxinii keessa kaaya'aatii saanduuqa waadaa Rabbii bira kaaya'aatii geegessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqa Gondooro'oo Ka Mootii Waan Maraa san fuudha'aatii garreettaa irra keya'a; fakkii worqi'ii ta sababa yakka'aatiif kennansa ergitanu san saanduqa keessa keya'aatii Saanduqa Gondooro'oo bira keya'a; achiin duuba garreettaan sun akka ideemuuf gad lakkisa'aatii