1 Samuel 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanumati ilaani tissaa; yo inni dira Beth-Shemeshiti qajeele, nami gaargala kana nutiini d'ufe Waaqa Israeli. Ammo yo inni iti inqajeelini, aka nami gaargalani nuti d'ufe isa intahini imbeenna. Sunini muduma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa deemsa isaa laalaa'a; yoo ka gara karaa Beetasaamisii deemu ta'e balaa badaa akkanaa kana ka nutti erge Rabbiin ta'uu isaa beenna; Yoo ka gara karaa sanii hin deemne ta'e garuu balaan kun akkanaan tasa ta'e malee akka Rabbi nutti hin ergine hubanna»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gara inni itti ideemu ilaala'a. Inni karaa biyya ifii gara qachaa Bet-Shemeshii yoo deeme, badii guddoo tana ka nutti fide Mootii Waan Maraa ti; karaa san yoo hin deemin ammoo badiin tun fedhuma nu irratti teete malee, ka nutti fide isaa moti» jedhane.