1 Samuel 7:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Samuelini sorio suni qalu jiru worri Filisti ka worra had'uu yau worrati d'iaate; ammo hojuma suni AABBO Waaqi gubbaa worrati mandie, worra mudamsiise baqachise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel akkuma ciincaa dhiyeesseen worri Filisxeemii worri dhufan gaafa san Rabbi worra Filisxeemiititti gigissaa gigissee isaan naasisee worra Israa'elii jalatti mooyataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el kennansa gubamu dhikeessiisatti adoo jiruu, worri Filisxeemotaa Israa'eloota loliisaaf dhufanee itti dhikaatane; te'uu malee guyyaa san Mootiin Waan Maraa ol-gubbaa irraa worra Filisxeemotaa irratti mandi'ee isaan joonjessee, isaanille raafamanee Israa'eloota duraa baqatane.