1 Samuel 7:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Samuelini d'akha toko fuud'e, jiddu Mispatifi Sheni old'abe waan jed'e, Haga kana ch'ufa, AABBO Waaqi yayu nu qarqaare — duuba inni d'akha suni Eben-Zeri maqa baase, akasi jechaani d'akha qarqaarsa jecha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel dhagaa tokko fuudhee Mitsipha'aa fi Sheeniin jiddu'utti dhaabee maqaa isaa haga adhaa Rabbi nu gargaareera jedhee Abeneezeer jedhee moggaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saamu'el dhakaa tokko fuudhee Miispha'aa fi Sheen wodhakka'atti dhaabee, «Mootiin Waan Maraa haga ammaa nu qarqaareera» jedhee, maqaa isaa, «Ebeen-Ezer» jedhee moggaase. «Ebeen-Ezer» jechuun, «Dhakaa qarqaarsaa» jechu'u.