1 Samuel 7:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira worri Filisti qabate ka Ekronifi Gathi jiddu jiru ch'ufa gosa Israeliti deebisani, duuba akanaani worri Israeli lafa ufi ch'ufa argate. Ammalle jiddu worra Israelitiifi worra Kanaanile lafti nagaya taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti worra Israa'elii Asqaloona'aa haga Geetii qachaa worri Filisxeemii isaan irraa fudhate worra Israa'eliitii deebite; daangaan Israa'elii harka worra Filisxeemii jalaa hin baate hennaa san Israa'elii fi worra Amoorotaa jidduu nagayatu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti worri Filisxeemotaa Israa'eloota irraa fudhatane, Eqroonii haga Gaatiititti gara Israa'elii deebi'ane; Israa'el lafa ifii mara harka worra Filisxeemotaa jalaa baafatte; Israa'elootaa fi Amoorota wodhakkaalle'etti nageenni bu'e.