1 Samuel 7:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa inni imaltu lafa mare, Betheli, Gilgali, Mispa d'aqe, lafa suni ch'ufa keesa dubbi qore, nama wolti nagaya tolche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
wogga wogga'aan Beeteelii gara Gelgela'aa; Gelgela'aa gara Mitsipha'aa deddeebi'aa ture; hulee kanniin marattuu banii Israa'eliitii murtii kenna ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni wogguma wogga'atti Bet'el, Giilgalii fi Miisphaa keessa deddeemee, namoota addee tanaa maraaf muraa kenne.