1 Samuel 7:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba eege worra ufi ka Rama jiruti gale achileti dubbi qore, Rama keesati inni fulla sorio iti qalani AABBO Waaqaa jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni Isaallee achuma waan tureef Raama'aa deddeebi'aa ture; achitti worra Israa'eliitii murtii kenna'aa ture; achumatti Rabbiif hulee ciinca'aa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni gara mana ifii ka Raamaa keessa jiruu deebi'ee, achille'etti Israa'elootaaf muraa kenne. Addee ciinca'aalle Mootii Waan Maraatiif achitti ijaare.