1 Samuel 7:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Samuelini jed'ani, AABBO Waaqa keenna nuu kad'ad'i, illakisini, aka inni harka worra Filisti duraa nu baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii Saamu'eeliin, «Worra Filisxeemii jalaa akka nu oolchu Rabbii Waaqa keenna nuu kadhachuu hin dadhabin» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'eliin, «Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna harka worra Filisxeemotaa jalaa akka nu baasuuf, marroo teennaaf gara isaa daadimatiisa hin lakkisin» jedhane.