1 Samuel 7:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini elemo diqaaya toko fuud'e, gube, sorio AABBO Waaqa baase. Jennaani worra Israeliti jed'e, AABBO Waaqa kad'ate, AABBO Waaqi kad'acha isa suni d'agayeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel korbeessa hoola'aa tokko ka haadha hodhu fuudhee ciincaa ciincessee Rabbii dhiyeessee waan worra Israa'eliitiif gara Rabbii iyye; Rabbillee hin dhagayeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Saamu'el buruusoo korbeessa hoole'ee ka hin gu'in fuudhee kennansa duuduma gubamu godhee Mootii Waan Maraatiif dhikeesse. Saamu'el marroo Israa'elootaatiif gara Mootii Waan Maraa daadimatee, Mootiin Waan Maraalle deebii isaaf kenne.