1 Samuel 8:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini jaare jennaani ilmaani isaa jaallaboota Israeli tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel haga jaare ijoollee ufii lamaan akka mana Israa'elii bulchan muudee ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el yennaa dulloome ilmaan ifii Israa'el irratti abbootii mura'aa godhe.