1 Samuel 8:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan AABBO Waaqi jed'eeni ch'ufa biyya hayyu isa kad'ate suni ch'ufati hime,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel dubbii Rabbii maraa banii mootii barbaadetti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Saamu'el dubbii Mootiin Waan Maraa isatti dubbate mara kolbaa akka inni mootii isaaniif filu isa gaafattetti hime.