1 Samuel 8:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Wonti hayyuuni keesani isani tolchu tana. Inni ilmaani teesani guure askarti tolcha; ta gari gaari fardi hirkisuni hojatti, ta gari yaabatu fardati, ta gari farda dura oriti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerri mootiin mooyu isin irratti hojjatu kana; ijoollee teessan ta dhiiraatii fi ta intalaa maraa fuudhee worra gaarii oofaniif faradoo masakkan isaan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Mootiin isin irratti mootomu, ilmaan teessan fuudhee, isaan keessaa garii loltoota garreettaa ifii ka fardaan harkifamuu, garii abbootii fardaa ta ifii hin godhata; gariin garreettaa isaa ka fardaan harkifamuun dura hin fiigan.