1 Samuel 8:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ta gari fuud'e gudda nama kumtoko tolcha, ta gari gudda nama shantama tolcha. Ilmaani teesani oobru isaa qote fach'aafte haamti ammo ta gari miha lolaatifi ka gaari suni mid'aasiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaa loltuu kumaatii fi ajajaa loltuu dhibbaa isaan taasisa; worra qonna qotu, worra midhaan haamuu fi worra meeshaa sibiilaa ka gaari'ii hojjatu ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa garii ajajjoota loltoota kumaatii fi ajajjoota loltoota shantamaa, garii fichaa isaa akka qotanuu fi midhaan isaa akka haamanu, garii meya lolaatii fi meya garreettaa fardaan harkifamuu akka isaaf hujanu hin godhata.