1 Samuel 8:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti waan Samuelini iti hime suni ch'aqasu didde waan jetteeni, Dubbi suni lakisi, nu hayyu keenna ka nu fide, duula nu geese nyaapa keenna nura d'owu feena,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin garuu waan Saamu'eel isaanitti hime maraa woyittuu hin laakkofne; hin ta'u! mootii nuu moosis jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan ammoo dubbii Saamu'elii caqasuu diddee, «Waawwo'o! Nuuti akka mootiin nu'uuf filamu barbaanna;