1 Samuel 8:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi isaa ka angafa maqaani Yoeli, maand'icha maqaani Abiya; ilmaani tunini lamaani jaallaba Beersheba taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan ilma isaa ka hangafaa Iyyu'eel; ka maandha'aa Abiyya'a; isaan Beersaabeehitti banii bulcha'aa turan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan ilma isaa angafichaa, Yo'el; ka maandhichaa, Abiiya'a. Isaan abbootii mura'aa ta qachaa Bersheeba'aa ti.