1 Samuel 8:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka akasiini gosa d'ibiini wolfakaanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nullee akkuma banii kaawwanii mootiin nuu haa moosifamuu; inni nu bulcha; afoo keenna bayee nuu lola» isaan jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nuutille akkuma gosi biyya adda addaa teete hin teena; mootiin keenna muraa nuu kennuu ti; nu'uun dura deemaa diina keenna nu'uuf loluu ti» jedhane.