1 Samuel 8:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Dubbi worraa ch'aqasi, waan worri fed'u tolchifi, hayyu kennifi. Jennaani Samuelini worra Israeli ch'ufaani, beena worra keesaniti gala jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Saamu'eelii fi jecha isaanii dhagayee «Mootii isaanii moosisi» jedheen; achiin maayessa Saamu'eel banii Israa'eliitiin, «Marti keessanuu gara qachaa keessanii deebi'aa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Saamu'eliin, «Waan isaan jedhane isaaniif godhi! Mootii isaaniif fili!» jedhe. Achiin duuba Saamu'el kolbaa Israa'eliitiin, «Isin martinuu gara qachaa keessaniititti deebi'a'a!» jedhe.