1 Samuel 8:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ilmaani tunini kara abba isii gula iyyaane, guddo beese jaalate gula yaate, gumbo nama iraa fud'ate d'uga gula dubbi qoru didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu ijoolleen isaa amala mishaa akka abba'aa hin qaban; waan hamaa hojjachuu jalqaban gabbarsuu nama irraa fudhata'aa dhara murteessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu isaan fakkeenna abbaa ifii gula hin deenne; bu'aa woy hin baane dhaggatiisaaf karaa isaa irraa gorane; beesee safu'uu fudhatanee, haqa dassane.