1 Samuel 8:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni worri hayyu nuu kenni jed'e isa kad'ate sunini Samueli ingammachimne; tanaafi inni AABBO Waaqa kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mootii nuu moosisi isaan jedhan jechi sun Saamu'eeliin waan gaddisiiseef Rabbiin kadhate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu jechi isaan, «Mootii nu bulchu nuu kenni» jedhane sun Saamu'el hin gammachiinne; tanaaf inni gara Mootii Waan Maraa daadimatee,