1 Samuel 8:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Waan biyyiti siini jettu ch'ufa jalaa qabi, guuti worri si indinne ammo ana, ka hayyu worraa, dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee Saamu'eeliin «Akka ani isaan irratti mootii hin taane na tuffatan malee si hin tuffannee waan baniin siin jedhe maraa isaanii dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraalle Saamu'eliin, «Isaan akka ani mootii isaanii hin teeneef na tuffatane malee si waan hin te'iniif, waan isaan si'iin jedhanu mara dhage'i!