1 Samuel 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi duuba amma atini worra ch'aqasi, ammo worra gorsi, waan hayyooti sunini worra tolchitu hubachisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee waan isaan siin jedhan dhagayi; garuu waan dhuga'aa isaanitti himi waan mootichi isaaniin jedhullee isaanitti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre amma, ati waan isaan si'iin jedhanu dhage'i; mootiin isaan irratti mootomu maan isaan akka godhu itti himiitii, midhassii isaan ifi eeggachiisi» jedhe.