1 Samuel 9:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha dureesa tokoti jira, ka Kishi jed'ani, ka gosa Benjamini, ka guddo gurra qabu; inni ilma Abieli, ka ilma Zerori, ka ilma Bekorathi, ka ilma Afia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Biiniyaamii keessaa nama maqaan isaa Qiis jedhamu dureessa beekkamaa tokkotu ture; inni ilma Abi'eelii, ilma Xiroorii, ilma Bikooraatii, ilma Afeeqii nama jabaa beekkamaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa Beniyaaminii keessaa nami beekkamaan ka maqaan isaa, «Qiish» jedhamu tokko jiraayyu; inni ilma Abii'elii, akaakoo Xiroorii, abuuboo Bikoraatii, abutturoo Afiiya'aa ti.