1 Samuel 9:10 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol wonti mucaan sun isaan jedhe waan mishaa ta'eef «Koottuu hin deemnaa!» jedheenii gara qachaa namni Rabbii jiruu san deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'olille tajaajilaa ifiitiin, «Dansaa jette; koy, hin dhandhaa» jedhe; maarre isaan gara qachaa nami Waaqaa keessa jiru sanii dhaqane.