1 Samuel 9:11 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara qachatti'ii dhaqu'uuf gaara irra bayan; durba bisaan woraabbachu'uuf achi irra bayan arganii, «Abbaan mudhataa as jiraa?» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara qacha'aa koobatti adoo ol bayiisatti jiranuu, ijoollee durraa ta bisaan woraabbatiisa dhaxxu takka dhagganee, «Nami mudhii dhaggu as jiraa?» jedhanee isaan gaafatane.