1 Samuel 9:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubarti waan worraani jette, Ee, inni armuma jira, kuno, diquma isani dura deema, yo arifatani ind'aqabdani, akuma dira seentanini gartani, wonti inni arra dira d'ufeefi waan biyyiti fulla sorio iti qalani ta gaara gubbati sorio qalu feetufi. Worri sorioti yaamani haga inni d'ufuti woma inyaatu, wonti akanatiifi inni qara sorio suni eebisuu male. Yo huriftani yaatani, ato inni gaara kore fooni sorio inyaanne d'aqabdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee «Ee! kunoo isin afoo jira; adhuma gara qacha'aa dhufee, adha baniin gaara hulee itti sagadanitti waan ciincaa dhiyeessu'uuf ta'uuf daddafa'aatii ol bayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Ee, hin jira; kunoo, inni isinumaan dura jira, ariifadha'aa dhaqqaba'a. Kolbaan addee waaqonfanna'aa irratti ciincaa waan dhikeessituuf, inni amma as gara qachaa kanaa dhufe.