1 Samuel 9:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Saulofi namichi hojatu isaa kaani dirati iti d'aabatani; ato dira seenu jiranu Samueli ka fulla eebati deemu fuula keesa wold'ufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ol bayanii gara qachatti'ii seenan, Saamu'eel gara gaaraa hulee itti sagadanii dhaqu'uuf isaanitti dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Saa'olii fi tajaajilaan isaa gara qacha'aa ol bayane. Isaan gara qacha'aa adoo seeniisatti jiranuu, Saamu'el gara addee waaqonfanna'aa ol bayiisaaf karaa isaan jiranu dhufe.