1 Samuel 9:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini Saulo arginaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Nami anini baanu kaani kuno kana, isati worra kiyya fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel haga Saa'oliin arge «Namni ani sitti hime sun kunooti; inni banii kiyya bulcha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el yennaa Saa'ol dhagge, Mootiin Waan Maraa isaan, «Nami ani waan isaa sitti hime sun kunoo isa kana; inni kolbaa tiyya hin bulcha» jedhe.