1 Samuel 9:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni gara Samueli ka fulla fullo eju, d'aqe waan jed'eeni, Jaarsi wo himu kaani eesati gala?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol gara balbalaatiin Saamu'eelitti dhiyaatee, «Manni nama raaga raaguu eessa? Garam yabo'oo natti himi?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saa'ol karaa seensuma karraatiin gara Saamu'elii dhikaatee, «Manni nama mudhii dhagguu eessa? Maganne'e natti himi» jedhee gaafate.