1 Samuel 9:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan jed'eeni, Inninu anuma, beeni fulla eeba d'aqi anini faana si d'ufa. Isani lachu arra sagale na woliini nyaachu maltani. Bori diirama anini waan isani nagafatani ch'ufa isaniti hime gadi isani d'iisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel ammallee Saa'oliin «Namni raagu anuma; adha na woliin waan waa nyaattaniif daddafa'aatii gara gaara hulee itti sagadanii ol bayaa'a; waan garaa keetii sitti himee boru isin geegessaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el deebisee, Saa'oliin, «Nami mudhii dhagguu ana; isin adha na woliin waan nyaattanuuf, gara addee waaqonfanna'aa naan dura ol baya'a; waan gadhaa keeti keessa jiru mara sitti himee, ganama si geegessa.