1 Samuel 9:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ilma toko ka kaima, ka maqaani isaa Saulo, ka ammalle guddo mid'aaga qaba, Sauloni nama guddo d'eeratu nami Israeli keesa jiru ch'ufti ka gurmu isaa dabru injiru. Ammalle nama lafa suni keesa jiru ch'ufa inni ira mid'aaga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni nama Saa'ol jedhamu mishaa bareeda tokko qaba; ijoollee Israa'elii keessaa namni mishaan isa caalaa bareedu hin jiru; inni banii maraa caalaa ka hojjaa dheera'aatii fi ka gurmuu badhatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qiish ilma miidhagaa, ka maqaan isaa «Saa'ol» jedhamu tokko qabaayyu; Israa'el keessa nami isa caalaa miidhagu hin jiru. Inni gurmuu ifiitii ol kolbaa mara caalaa dheerata.