1 Samuel 9:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Samuelini Saulofi hojatu isatini d'ufe, mana gudda olnaqe, mesa fulla keessumaani nami sodoma tatu tetesise fulla ulfinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Saamu'eel Saa'olii fi tajaajilaa isa woliin jiru gara galma gudda'aa isaan seensisee hulee keessummoonni saddomaa taa'anitti hulee ulfinnaa ka maraa caalu isaan teessise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saamu'el, Saa'olii fi dargaggeessa tajaajilaa isaa san gara kolloo jilaa geessee, keessumoota soddoma waamamane caalaa addee ulfinnaa isaan teessise.