1 Samuel 9:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan nama fooni d'aabuuni jed'e, Fooni anini, koba kayi sini jed'e kaaniini kooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel namicha mana itto'oo keessa hojjatuun «Gumaa foonii ka hojja kaayi siin jedhe san as fidi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el tajaajilaa ittoo qopheessu waamee, «Foon ani si'iin, ‹Adda baasii keyi› jedhee sitti kenne san fidi» jedheen.