1 Samuel 9:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni achi rafe. Lafti bariite jennaani Samuelini Saulo ka mana gubba jiru yaame waan jed'eeni, Kai, si galcha. Sauloni kae, isaafi Samuelini dirati gabuani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga lafti bariite ganamaan ka'anii Saamu'eel Saa'oliin mana mana gubba'aatii waamee, «Ka'i si geegessaa» jedheen; Saa'olillee ka'ee Saamu'eeliin woliin gara kara'aa bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saamu'el ganama ka'ee, heellichoo manaa gubba'aa Saa'ol waamee, «Waan si geegessuuf ka'i!» jedheen. Saa'olille ka'ee Saamu'el woliin kara'atti gad bayane.