1 Samuel 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaafa toko harreeleni toko ta Kishi badde jennaani inni waan Sauloni jed'e, Worra hojatu kana toko fud'ad'i, harreele tana barbaaduu d'aqi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaa Saa'olii Qiisiin jalaa harriin baddee ilma ufii Saa'oliin «Hojjattoota keessaa nama tokko fudhadhuu deemii harriin soqi» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaa Saa'olii Qiish duraa harreeleen baddeertuun, inni ilma ifii Saa'oliin, «Tajaajiltoota keessaa tokko fudhadhuutii, dhaqii harreelee badde san barbaadi» jedhe.