1 Samuel 9:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa gaareeni Efraimutifi ta d'aatu Shalisha ch'ufa barabaade woma d'abe; jennaani arda Shalimule d'aqe, ammo achile d'abe duuba lafa Benjaminile barbaada d'aqani achile d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya gaaraa ka Efreemiitii fi Shaalishaa keessa lufanii harriin soquu jalqaban; garuu hin argine lafa Shaalimiin keessallee lufanii achitti hin argine; biyya Biiniyaamii keessa lufanii garuu achittillee hin argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'olii fi tajaajilaan sun ka'anee lafa koobittii Efreemiitii fi lafa Shaaliishaa keessa deddeebi'anee barbaadane; garuu hin dhaggine; karaa lafa Sha'aliimii keessa dabaranee barbaadane; garuu hin dhaggine. Achiin duuba karaa lafa Beniyaaminii keessa dabaranee barbaadane; garuu achille'etti hin dhaggine.