1 Samuel 9:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arda Sufu geennaani Sauloni waan hojattu isaatini jed'e, Nu galchi, hegeri aabbooni harre ded'e yoona waan keenna yaadu jirafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara lafa Xuufii dhufan Saa'ol mucaa isa woliin jiruun «Abbaan kiyya harriinii yaaduu dhiisee waan keennaaf akka hin dhiphanne koottu haa deebinuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa Zuufii yennaa geyane, Saa'ol tajaajilaa isa woliin jiruun, «Abbaan kiyya marroo harreele'ee yaaduu lakkisee, marroo teennaaf waan yaaddowuuf, koy deebinaa!» jedhe.