1 Samuel 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hojattu kaani waan jed'eeni, Eegi, dira kana keesa nama Waaqa tokoti, ka nami guddo d'ugeefatu ka dubbini isaa ch'ufti d'ugooftu jira gara isaa nu yaasi, hegeri inni dandae fulla harreeni tunini jirtu nuti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Namni Rabbii tokko qachaa kana keessa jiraa, inni nama kabajjama'aa wonti inni dubbatu maruu hin raawwatamaa isa bira haa dhandhuu; inni maal laataa hulee deemnu mutti himaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan sun deebisee, «Kunoo, nami Waaqaa tokko qachaa kana keessa jira; wonni inni dubbate marti waan teetuuf, inni nama ulfinna qabu; inni karaa nuuti harreelee tana barbaannu nu'uuf hin hima fa te'a, koy gara isaa dhandhaa!» jedheen.