1 Samuel 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni waan jed'eeni, Yo gara isaa yaane maani dandeenne kenninafi? Sagaleeni tokoleeni subba keenna keesati inhamne waan isaa kenninu woqamna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol mucaa saniin, «Maarre hin deemnaa nama Rabbii sanii maal finna? Xoroshoo qaraciitii keenna keessaa fixanneerra waan womaa harkaa hin qabneef waan nama Rabbiitii finnu maal qabna?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saa'ol tajaajilaa ifiitiin, «Gara isaa yoo dhandhe, namichaaf maan kennina ree? Qalqalluu keessa sagaleen hin jirtu; waan nama Waaqaatiif kenninu tokkolle hin qannu; waan dhibii maan qanna ree?» jedhe.