1 Samuel 9:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hojatu kaani waan jed'eeni, Qarsi diqo toko qaba, sunuma namicha Waaqa suni kenna, duuba inni gara harreeni jirtu nuti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucaan sun Saa'oliin «Ani saqilii takka qabaa karaa deemnu akka nutti himu ani isii nama Rabbiitii kenna» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan sun deebisee Saa'oliin, «Kunoo, ani meetii gara giraama sadii qaba; akka inni karaa nuuti harreelee tana barbaannu nu'uuf himu, ani meetii tana nama Waaqaatiif hin kenna» jedhe.